Numbers 13:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani worri dubbi d'ara ta waan lafa dooyate worra Israeliti hime waan jed'e, Lafti sunini nama keesa taule woma imbaatu, sagale nama geetu imbaaftu. Nami nu achiti garre ch'ufti aka takinargini d'eed'era,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee deemanii biyya Kana'aanii gammoojjii Siinii ta qaccee lafa gammoojjii Hamaatii jirtu irraa jalqabee haga Ra'aabii gaadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaanille ol bayanee goomolee Ziiniitii kaasane haga Rehoobii, ta seensuma qachaa Haamaatitti dhikoo jirtuu dooyane.