Numbers 13:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle worri ilmaani Anaki ka Nefili jed'anile achiti argine, nu worra durati akuma koropu ufi agarra, worrileeni hegeri akasuma nu seha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara bita'aatiin bayanii Keebrooniin gayan achitti ijoolleen «Eenaaqii» ka'imman Seesii fi Taalaam fa'atu jira; Keebroon Xaniyoosii biyya Misiriitiin dura woggaa torbaan dura ijaaramte turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan karaa Negebiitiin, addee sanyiin Aanaaqotaa gosi Ahimaanii, gosi Sheshaayiitii fi gosi Talmaayii le'anu gara Hebroonii dhufane. Hebroon qachaan biyya Gibxi'ii keessaa Zo'aan adoo hin ijaaraminiin dura woggaa torbaan dura ijaarante.