Numbers 13:23 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara dhooqa Eeshkoolii dhaqanii achii gaalee muka woyini'ii dheeraa tokko muranii namni lamaa loosaa keessa loosanii baadhatan; akkasuma muka daraaraa roomani'iitii fi daraaraa balasii irraallee muranii fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan dhooqa Eshikolii yennaa geyane, unkuruura midhaan woyni'ii muranee, wodhakkaa isaan lamaaniititti danqaraa irra keyanee gurmuu irratti ba'atanee, midhaan muka Rumaaniitii fi harru'uu woliin fidane.