Numbers 13:26 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
worra gammoojjii faaraaniitii fi Qaadeesii jiranii gara banii Israa'elii deebi'an; waan dhaqanii argan sanniin maraa isaanii fi banii marattuu himan; daraaraa biyya sanii fuudhanillee isaanitti mudhisanii
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qaadeshitti goomolee Phaaraanii keessatti gara Muuse'ee, gara Aaroniitii fi gara kolbaa Israa'elii duudi'ii dhufanee waan dhaggane wolde'a duudi'itti himanee, midhaan lafa saniille isaanitti mudhisane.