Numbers 13:28 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu baniin biyya san keessa jiraatan jajjaboota, qachaan isaaniillee ta kalo'oon kalamtee jabaatte ijoollee Eenaaqii achitti argine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garuu kolbaan lafa san keessa leetu jajjaddu'u; qachooti isaaniille akka malee gugurdaa ka dalleya dhaka'aa qabanu; nuuti sanyii Aanaaqotaalle achitti dhaggineerra.