Numbers 13:29 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara bita'aatiin worra Amaaleqiititu jiraata; gara gaarraniitiinillee worra Keexotaa, Iyyaabusootaatii fi worra Amoorotaatitu jiraata; worri Kana'aanotaallee isaan qarqara galaana Yoordaanosii biratti quphataniiran» jedhanii itti himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Amaaleqootaa lafa kibba Kana'aanii keessa le'an; worri Heetotaa, worri Yibusootaatii fi Amoorotaa biyya Koobittii keessa le'an; worri Kana'aanotaa qarqara abbaayaa Mediteraaniya'aatii fi laga Yordaanosii le'an» jedhane.