Numbers 13:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani ee jed'e, lafa aloo ta Parani keesa jaarole tana erge:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenillee akkuma ajaja Rabbiitiin gammoojjii fuuraaniitii isaan erge; isaan martinuu bulchoota ijoollee Israa'elii turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Muuseen akka ajaja Mootii Waan Maraatitti goomolee lafa Phaaraanii keessaa isaan erge; isaan martinuu sooreyyii Israa'elootaa ti.