Numbers 13:30 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kaaleeb ammo banii Muusee afo'otti akka cadhisan godhee «Mooyachuu hin dandeenna baanee biyya san haa dhaalluu» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Kaaleb kolbaa Muusee duratti cadhisiisee, «Nuuti isaan injifatiisa waan dandeennuuf, ammuma dhandhee lafa san qabannuu ti» jedhe.