Numbers 13:31 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni isa woliin jiran garuu, «Baniin kun hunnaan waan nu caalaniif bawuu hin dandeennu» jedhanii dubbatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Kaaleb woliin dhaqane ammoo, «Isaan nu caalaa worra jajjaba waan te'aneef, nuuti isaan loliisaaf hin dandeennu» jedhane.