Numbers 13:32 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan biyya dhaqanii gaadanii san oduu hin taane ijoollee Israa'eliititti himanii «Biyyi nu dhandhee laalle sun biyya nama isii keessa dhaqee jiraatu liqimsitu; namoonni dhandhee achitti argine dhedheera'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan marroo lafa dhaqanee dooyanee oduu gadhee odeessanee, «Latti nuuti dhandhee dooyanne sun, lafa worra isii keessa le'iisaaf dhaqu fixxu; kolbaan nuuti achitti dhaggine martinuu dhedheertu'u.