Numbers 13:33 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achitti ijoollee Eenaaqii ta gosa Neefliimii argine; nu'u isaan biratti yoo uf laallu akka Awwaannisaati ija isaanii afo'ottillee akkasuma turre» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti achitti namoota hojja'aa fi hunnaan nama caalanu sanyii Aanaaqotaa Nefiliim dhaggineerra; nuuti yennaa ifi ilaallu korophiisa ifitti fakkaanne; isaanille'etti akkasuma fakkaanne» jedhane.