Numbers 14:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani gumiini ch'ufti worra suni d'akhaani haate ijeesu feete, ammo maro tokotu worri guddinna Waaqa ka bibiliqa Waaro Woyyuma ira tau arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin garuu dhaga'aan isaan tumu'uuf isaanitti ka'anii mari'atan. Ulfinni Rabbiillee daasee wol gayi'ii keessatti mudhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo wolde'i sun duudiin dhaka'aan isaan tumiisaaf dudubbatane. Achiin duuba dedhuma ulfinni Mootii Waan Maraa Dunkaanii Woldeenna'aatitti Israa'eloota maratti mudhate.