Numbers 14:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ch'iisa d'ukuba hama worrati buuse worra balleese, ammo anini sii abba gosa guddo worra ira irre qabdu si tolcha!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ristii isaanii irraa dhukkubaan dhayee isaan fixa; si ammo banii isaan caaluu fi isaan irra jaba'aa sii kenna» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani balaa itti buusee isaan hin balleessa; si ammoo kolbaa isaan caaltuu fi isaan caalaa jabaattuuf abbaa hin godha» jedhe.