Numbers 14:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Musani waan AABBO Waaqaani jed'e, Atini irre teetiini worra kana lafa Misiri keesa baafte. Hojja worri Misiri waan atini gumi tante tolchite d'agaye,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen ammo Rabbiin, «Waan ati godhu'uuf taatu kana worri Misirii yoo dhagaye, waan ati hunna keetiin nu jiddu'uu baafteef
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen ammoo Mootii Waan Maraatiin, «Ati hunna teetiin kolbaa tana biyya Gibxi'ii keessaa waan baatteef, Worri biyya Gibxi'ii waan ati kolbaa tana goote hin dhage'an.