Numbers 14:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma hojja atini gumi tante ch'ufa hobaafte, gochiti gurra kanke jaba d'ageete waan jettu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka nama tokkootitti banii kana yoo ajjeefte, ormi biyya lafaa ka gurra kee dhagaye,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati amma yennuma tokkotti kolbaa tana duudii yoo ijjeette, gosi biyya adda addaa ta gurra keeti dhageetteertu,