Numbers 14:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti AABBO Waaqi gumi ufi lafa aloo ta gamooji keesati hobaasefi, waan inni lafa inni worra kakhate taanini d'ufu dad'abeefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Rabbi banii kana gara biyya isaan itti galchu'uuf kakateefii isaan galchuu waan dadhabeef biyya gammoojji'ii keessatti isaan fixe› siin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Mootiin Waan Maraa kolbaa tana biyya isi'iif kenniisaaf kaku'uun waadaa galetti galchuu waan dadhabeef, goomolee keessatti fixe› hin jedhan.