Numbers 14:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini amma, AABBO Waaqa si kad'ad'a irre tante nu agarsiisi, waan atini nu kakhatte guuti. Atini duri waan jette,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Amma yabo'oo Rabbi obsa'aa fi ka araarri isaa baay'ate badi'ii fi yakkallee ka namaa dhiisu cubbuu abbootaa ka haga dhaloota sadihii fi afurii isaan irratti fidu jettee waan dubbatteef hunni Goofta'aa guddaa haa ta'u;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, amma Mootii Waan Maraa, hunna teeti nutti mudhisi. Ati dur,