Numbers 14:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma si kad'ad'a, ee AABBO Waaqa guddinna jaalala tante ta haga inqamne keesa, daba worraa kana araaramifi, akuma atini worra araaramte haga worri lafa Misiri keesaa bahe asi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
banii kana guyyaa biyya Misirii keessaa baafte irraa jalqabee haga adhaa akkuma isaanii dhiifte yabo'oo akkuma guddinna araara keetiitiin cubbuu banii kanaa dhiisiif› jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle akka jaalala keeti guddaa ka bara baraatitti, akkuma yennaa isaan biyya Gibxi'iitii ka'anee jalqaddee haga ammaatitti isaaniif ossatte, kolbaa tana cubbuu isaanii isaaniif araaram» jedhe.