Numbers 14:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musafi Haruni gungumte waan jette, Sila guddo ira nuu dansa yo lafa Misiri keesati doone yokhaani ato lafa aloo tana keesati doonele!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii maruu Muuse'ee fi Aaroonitti guguunguman baniin maruu «Maal biyya Misirii keessa uduu jirru uduu dhumannee, yookaan uduu hennaa biyya gammoojji'ii keessa jirru uduu duunee!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti marti Muuse'ee fi Aaron irratti gungumanee, wolde'i marti isaaniin, «Biyya Gibxi'ii keessatti yookiin as goomolee keessatti adoo dhumannee jiraannee nuu woyyaayyu!