Numbers 14:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worri kunini nami tokoleeni ka iraa hafe lafa tana seenu injiru. Worri guddinna kiyya ka bibiliqufi akheekha waan mama ka anini lafa Misiritiifi lafa aloo keesati tolche ya arge. Ammo worri maro heddu na ilaalate na ch'aqasu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin maalalee ani biyya Misiriitii fi lafa gammoojji'iititti hojjadhe, ulfinna kiyya worri argan maruu, harka kudhan waan na qoraniif
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
namoota ulfinna kiyyaa fi bilbaasa adda addaa ka ani biyya Gibxi'iitii fi goomolee keessatti mudhise dhagganee naaf ajajamuu didanee, yennaa hedduu haga na ilaalane kana keessaa nami tokkolle,