Numbers 14:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan hojatuni tiyya Kalebuni herega d'ibi qabaate garaa tokooni na gula deemefi, anini isa lafa inni dooyate sunitini d'ufe, ilmaani isaaleeni lafa
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garbichi kiyya Kaaleeb garuu Hafuurri kiyya waan isa woliin jiruuf inni waan na duukaa deemeef lafa inni gale san isaa kenna; fiixaan isaa lafa san hin dhaala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo tajaajilaan kiyya Kaaleb ilaalcha adda te'e waan qabuu fi gadhaa tokkochaan waan na hordofeef, lafa inni dhaqee dooye sanitti isa hin galcha; sanyiin isaalle lafa san hin dhaalti.