Numbers 14:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
amma bale isii keesa worri Amalekitifi worri kanaani tau fud'atti. Bori deebia, lafa qajeela galaana Diimati godaana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amaaleeqii worri Kana'aanotaa lafa dhooqaa keessa jiraatan; boru ganama deebi'aatii galaana diimaa biraan gara lafa gammoojji'ii dhaqaa'a» jedhee deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Amaaleqootaatii fi worri Kana'aanotaa dhooqa keessa waan le'anuuf, boru deebi'a'aatii karaa abbaayaa diintu'uutiin gara goomole'ee deema'a» jedhe.