Numbers 14:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma waan atini worraani jettu: AABBO Waaqi waan jed'u, D'uguma, haga anini jiru waan isani kad'attani kana anini isanumaa tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati akkana isaaniin jedhi, ‹Ani Rabbii jiraataa waan ta'eef akkuma isin gurra kiyya irratti dubbattan akkasuma isin irratti raawwadha› jedha Rabbi jedhee isaanitti dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati isaaniin, ‹Mootiin Waan Maraa: Ani jiraata'a; waan isin dubbattanuun dhage'e, akkuma isin jettane isin irratti hin godha.