Numbers 14:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi maanifi lafa suniti nu geesa? Achiti hegeri lola keesati nu ijeesani, nad'eenifi ijoolle teenna boojiani. Yo lafa Misiriti deebine ira nu jirtiniti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi maaf akka guraade'een dhumannu gara biyya tanaa nu galche? ijoolleen teennaa fi dubartoonni teenna nu jalaa booji'amanii gara biyya Misirii deebi'uu nuu woyya» isaaniin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa maaniif akka shallaaga'aan dhumannu lafa tana nu fide? Dubartooti teennaa fi ijoolleen teenna hin fudhatan. Gara biyya Gibxi'ii deebi'uu nuu hin woyyuu?» jedhane.