Numbers 14:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waan jettani, ijoolle teenna boojiani, ammo anini ijoolle suni lafa isani diddanitini d'ufe, isiini duuba achi qubati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee teessan ta isin hin booji'aman jettan sanniintu itti gala; biyya isin tuffattan san isaanii kenna biyyi sun ristii isaanii taati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoollee teessan ta isin hin fudhataman jettanu, ani ammoo, lafa isin tuffatane sanitti akka isaan gammadanu isaan itti hin galcha.