Numbers 14:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ijoolleeni teesani lafa aloo tana keesa ganna afurtama marte, maro gaargala keesanitifi gaargalti, haga isani nami ch'ufti duuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen teessan lafa gammoojji'ii keessa woggaa afurtamaaf jaljal jedhan waan isin amanuu diddaniif isin keessa hangafaa haga maandha'aa haga dhumatutti rakkata'aa lafa gammoojji'ii keessa jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoolleen teessan woggaa afurtama goomolee tana keessa tissitoota hin te'an; haga marti keessan duutanee dhumattanutti, sababa dhugeeffannaa dhabiisa keessaniitiif achitti hin rakkatan.