Numbers 14:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro isani bulti afurtama dooyaa d'at'ani galtanifi, ganna afurtama ka isani lafa tana teetani, gati wollaala keesani argatani, ganna toko bulti toko gula. Isani waan nami anini nyaapa iti tahe tahu inagartani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan cubbuu keessaniitiif woggaa afurtamaa maraa rakkattan; akkuma biyyattii gaadu'uuf guyyaa afurtamaa teettan guyyaan tokko akka woggaa tokkoo isinitti ta'a; haga woggaa afurtamaa cubbuu keessan baattan lola kiyyallee hin beettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma guyyaa afurtama lafa san dooyiisa irratti fixxane, akkasuma guyyaan tokko woggaa tokkotti laakkowamee, woggaa afurtamaaf cubbuu teessaniif hin rakkattan. Yennaa san isin irratti ka'iisa kiyya hin beettan.