Numbers 14:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini inkakhad'a, aka anini isani worri ch'ubbu, ka wolti bahe na dide, waan kana tolchu. Lafa aloo tana keesati, isani ch'ufti indootani. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi banii badaa narratti ka'u'uuf wol gaye kana maraa akkuma waan badaa isaan irratti godha jedhee dubbadhe lafa gammoojji'ii kanatti dhuman› » isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootiin Waan Maraa tana dubbadheera; kolbaa jallaamettii wolii galtee na irratti kaate tana irratti tana hin fida; isaan goomolee tana keessatti du'anee, hin hobba'an jedha› jedhi» jedhe.