Numbers 14:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Musani dooya erge kaani dubbi d'araatiini biyyati gale. Jennaani dubbi d'ara suni gula biyyiti AABBO Waaqati gungumte. Duuba AABBO Waaqi ch'iisa d'ukuba hama iti buuse nama hobaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni akka lafa gaadaniif Muuseen isaan ergee achii deebi'anii oduu badaa biyyattii sanii dubbata'aa akka baniin maruu Muuse'etti guguunguman godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Muuseen akka lafa san dhaqanee dooyanuuf erginaan, achii deebi'anee marroo biyya sanii oduu gadhee kolba'atti odeessanee akka kolbaan Muusee irratti gunguntu godhane,