Numbers 14:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani dubbi AABBO Waaqa tana worra Israeliti hima jennaani worri guddo iyye bohe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen waan kana maraa ijoollee Israa'eliititti hime; baniinillee guddisee gadde.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen waan kana Israa'eloota maratti yennaa hime, isaan laaleffatanee bowane.