Numbers 14:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan woliini jed'ani. Nama toko fohanna, ka nuni deeme lafa Misiriti nu deebisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf «Koottaa'a! bulchaa muudannee gara biyya Misirii dachaanaa!» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan, «Kowa'a, sooressa filannee, gara biyya Gibxi'ii deebinaa!» woliin jedhane.