Numbers 14:40 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Boriyya ganama worri duula iti d'aabate, waan jed'e, Nu amma kurfo jira, aka lafa AABBO Waaqi d'aqa nuni jed'e d'annu; wollaala keenna yayu fud'anne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bariisaa ka'anii gaara gubba'atti ol bayanii «Nu kunoo dhufnee gara hulee Rabbi jiruu dhandhaa» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan boruyyaa ganama ka'anee biyya koobittii qaccee gaaraatitti ol bayanee, «Nuuti cubbuu hunyeerra; garuu gara addee Mootiin Waan Maraa waadaa nuu galee ol hin baana» jedhane.