Numbers 14:43 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Amalekitifi ka kanaani isani dura jira, woraana worratiini dootani; waan isani AABBO Waaqa gula deemu didanifi inni isanii wahelche isanii inkalchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Amaaleeqiitii fi worri Kana'aanii waan isin afoo jiraniif guraade'een isin fixan Rabbiin woliin jiraachuu waan dhiiftaniif Rabbi isin woliin hin ta'u»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Amaaleqootaatii fi worri Kana'aanotaa achitti isinitti hin dhufan; sababa isin Mootii Waan Maraa irraa fagaattanee innille isin woliin hin jirreef, shallaaga'aan hin dhumattan» jedhe.