Numbers 14:44 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri isa ch'aqasu dide Musafi Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa lakisani akanumati kaani lafa gaareeniti iti d'aabatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan garuu wol gayii gaara irra bayan jechi Rabbii saanduundhi waada'aatii fi Muuseen qe'e'ee hin kaane.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, isaan gara gaara biyya koobitti'ii ol bayiisumatti gamane. Saanduqi Gondooroo Mootii Waan Maraatii fi Muuseen ammoo addee quttumaa lakkisanee hin kaane.