Numbers 14:45 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Amalekitifi ka Kanaani, ka gaareeni suni keesa tau, worra had'e dabsate haga Horma gusse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa worri Amaaleqiitii fi worri Kana'aanii dhufanii isaan dhayanii haga biyya Heerma'aa isaan ari'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba worri Amaaleqootaatii fi worri Kana'aanotaa ka biyya koobittii san keessa le'anu gad dhufanee, isaan lolanee, haga Horma'aa gad isaan ari'ane.