Numbers 14:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja AABBO Waaqi nuraa gammade, inni achi nu geese, lafa aananifi dammi aka lola yau suni nuu kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi yoo nu jaalate gara biyya aannanii fi damma baaftuu san nuu kennee achi nu galcha; isiillee nuu kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa yoo nutti gammade, lafa aananii fi dammaa tana nuuf kennee itti nu hin galcha.