Numbers 14:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa diddani iraa ingorina, worra lafa suni insodaatina, worri womaa keesa nu injiru, hure dabsanna. AABBO Waaqi nu woliini jira, Waaqa worra, ka worra qorqoratu, yayu dabsate irre d'owe, tanaafi insodaatina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin garuu Rabbiin hin dhibinaa'a; nu namoota biyya sanii salphamatti isaan mooyannaa hin sodaatinaa'a; gaachenni isaan irraa mulqameera waan Rabbi nu woliin jiruuf isaan hin sodaatinaa'a» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin callaan Mootii Waan Maraa irratti hin ka'inaa malee, nuuti akka daabbo'oo isaan waan liqinsinuuf, kolbaa biyya sanii hin sodaatina'a. Gaaddisi isaanii isaan irraa deemeera; nu woliin ammoo Mootiin Waan Maraa hin jira; isaan hin sodaatina'a» jedhane.