Numbers 15:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gosa Israeli keesa d'alate ch'ufti, hojja inni waan gubani Waaqaa baasani kana baasu, ka ch'inch'aani isii Waaqa gammachiiftu, akana tahu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni biyyaa maruu hennaa kennaa ciincaa urgaayaa Rabbii dhiyeessu, innillee akkasuma godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhalataan biyya Israa'elii martinuu, kennansa ibiddaan gubamu ka foolee dansaa qabu ka ana Mootii Waan Maraa gammachiisu yennaa dhikeessu, waan kana mara godhuu ti.