Numbers 15:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
sagale lafa suni yaatani sagale suni haga toko AABBO Waaqaa baasu maltani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hennaa midhaan biyya sanii galfattanii nyaattan seera waan nyaattan irraa fuutanii Rabbii dhiyeessitanii ayyaanteffattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
sagalee lafa saniille yennaa nyaattane, sagalee san irraa kennansa ana Mootii Waan Maraatiif dhikeessa'a.