Numbers 15:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini worra Israelitini jettu, Hojja lafa iti qubachu geetanini baatani, seera kana guutuu maltani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoollee Israa'eliititti akkana jedhii himi; ‹Hennaa gara biyya ani isinii kennuu galtan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati Israa'elootaan, ‹Mootiin Waan Maraa: Lafa akka isin keessa leetanuuf ani isiniif kennutti yennaa galtane,