Numbers 15:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara ch'ufa wonti isani AABBO Waaqa baaftani qit'a isani d'aabdani keesaa bahuu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bukoon bukeessitan ka duraa kennaa Rabbiif ta'u ilmaan ilmaan teessanii woliin Rabbii dhiyeessitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhaloota dhufu mara keessatti, midhaan keessan ka qaraa irraa bullaa sharante irraa, kennansa kana ana Mootii Waan Maraatiif hin dhikeessitan.