Numbers 15:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo hegeri nami toko wollaale, seera AABBO Waaqi Musaa kenne kana ch'abse,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yoo dogoggortan ajaja Rabbi Muusee ajaje kanniin maraa yoo raawwachuu baattan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Isin adoo hin beekin ajaja ani Mootiin Waan Maraa Muusee ajaje yoo eegatuu dhaddane,