Numbers 15:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle yo takaa tana gumiini waan AABBO Waaqi Musani jed'e guutuu dad'abde,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
guyyaa Rabbi Muusee ajaje irraa jalqabee duranaallee haga ilmaan ilmaan teessanii waan Rabbi Muusee ajaje maraa yoo raawwachuu baattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ajaja ani Mootiin Waan Maraa karaa Muuse'eetiin isin ajaje kana maraa gaafa Muuse'etti kenneen jalqaddanee, dhalootaa haga dhalootaatitti yoo eegatuu dhaddane,