Numbers 15:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla sorio iti baasaniiti qaallichi ha isa daba iraa qulqulleese, aada qulqulluma suni guutufi, duuba inaraaramaniifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama cubbuu hojjatee hin beenne, ka amma uduu hin beenne cubbuu hojjatee gadichi Rabbiin wolitti araarsa; isaallee hin araaramaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi nama adoo hin beekin cubbuu huje saniif ana Mootii Waan Maraa duratti gumaa cubbu'uu dhikeessuu ti; inni araara hin dhaggata.