Numbers 15:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Korma loonitifi elemo, hoola yokhaani laleesale dandaani AABBO Waaqaa baasani, aka sorio gubanifi yokhaani sorio kakhuuni guutani yokhaani jila teesani ta woga tolfatani; ch'inch'aani sorio akana tunini AABBO Waaqa gammachiifti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
fedha keessaniin woreega kennu'uuf waadaa galtan yookaan hennaa ayyaana ayyaanteffattan, ciincaa urgaayaa Rabbii dhiyeessu'uuf sangaa, yookaan hoolota keessaa ciincaa ciincawuuf, yookaan kennaa ibiddaan ciincawu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kennansa gubamuuf yookiin ciinca'aafille, waadaa addaa yookiin kennansa fedhii teessanii yookiin kennansa guyyaa jilaa loon keessaa yookiin hoolee keessaa kennansa foolee dansaa qabu ka ana Mootii Waan Maraa gammachiisu godha'aatii ana Mootii Waan Maraatiif dhikeessa'a.