Numbers 15:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami beekha daba tolchu, ato gosa Israeli yokhaani gosa d'ibile taate, inni ya AABBO Waaqa tufate, tanaafi gumi keesaa kutuu malani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Nama biyyaa ta'ee'e nama isinitti galee isin keessa jiraatullee yoo ta'e namni isinitti galee isin keessa jiraatu tokko yoo uf jaju'uun cubbuu hojjate waan Rabbiin yakkeef namni sun banii jiddu'uu bayee haa baduu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Dhalataan biyya Israa'elii yookiin alagaan beekaa yoo cubbuu huje ammoo, ana Mootii Waan Maraa waan tuffateef, kolbaa ifii keessaa bawuu ti.