Numbers 15:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi inni dubbi Waaqa tufate, seera isaa beekhaa ch'abse. Wollaali ch'ufti gubbaa isaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni sun dubbii Rabbii waan tuffateef ajaja isaallee waan diigeef inni sirima haa baduu; inni cubbama'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni jecha kiyya waan faanshesseef, ajaja kiyyalle waan diigeef, nami sun dhugumaan kolbaa keessaa bawuu qaba; yakki isaalle isuma irratti hafa jedha› jedhiin» jedhe.