Numbers 15:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Namicha kana ijeesu malani; gumiini ch'ufti ha olla keesaa baafte d'akhaani haate ijeeftuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Rabbi Muuse'een «Namicha ajjeesaa'a; akkasuma namicha qe'e'een ala baasanii namni maruu dhaga'aan dhayee haa ajjeesuu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Namichi du'uu qaba; wolde'i duudiin addee quttumaatiin alatti dhaka'aan isa tumuu ti» jedhe.