Numbers 15:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini gumi Israelitini jettu: Handaara humbi woya teesaniti tolfad'a, ammalle museensa bule handaara suni ch'ufati naqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoollee Israa'eliititti akkana jedhii himi; ‹Isaaniif horteen isaanii maruu qaccee uffata isaanii irratti fooyaa jirbi'ii bulee akka handaara qaccee uffata isaanii maraa irratti godhatan isaan ajaji.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati Israa'elootaan, ‹Mootiin Waan Maraa: Isin qaccee woyaa teessanii irratti handaara itti baafadha'a; handaara tokko tokkooyyuu irratti jirbii bifa cuquliisaa itti hidha'a. Dhalooti dhufu martinuu tana godhuu ti.