Numbers 15:39 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana bara ch'ufa tolchu maltani. Handaari kunini beesisa isanii taha, aka hojja isa agartani ch'ufa seera kiyya qaabatani guutani; yo akasi tatani, nara gortani fed'ifi d'araa teesani gula imbanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajaja Rabbii maraa akka yaadattanii fi akka isa hordoftan fedha onnee keessaniitiif waan ijaan argitan hordoftanii akka hin seebarre,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan gadhaan keessan halche, waan ilti teessan dhaggite gula ideentanee akka hin sagaagalle, akka isin ajaja kiyya maraaf ajajantanu handaarri kun isin qaabachiisa.